Aadde Adaanech Abeebee Artist Alii Birraa Gaafatan

Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee Artist Alii Birraa mana jireenyasaatti argamuun gaafataniiru.
Seenaa Muuziqaa Oromoo fi Ityoophiyaa keessatti ashaaraa guddaa kan qabu, nama aartii jaalatamaa fi qabsaa’aa bilisummaa Doktora kabajaa Artist Alii Birraa mana jireenya isaatti argamuun daawwachuu kootiif gammachuun natti dhaga’ameera jedhan ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniif.
Artist Alii Birraaf fayyummaa gaarii hawwaaniiru.
(FBC)
Related posts:
Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa gaaffii uummataa deebisuuf qophiidha-Dooktar Biqilaa Hurrisaa
Magaalaa Baabbileetti Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii Miiliyoona 4tti Tilmaamamu To’atame
Aanaa Booraatti Miseensonni Shanee Nageenya Booressaa Turan Harka Kennatan
M.M.M.W Ariifachiisaa 2ffaa Gaggeesseen Turtiin Labsii Yeroo Ariifachiisaa Akka Gabaabbatu Murtoo D...
MNO, Dargaggoota Oromoo Dogoggooraan Shaneetti Makamaniif Waamicha Dhiyeesse
Waajjirri Simannaa Kaadhimamtoota Komishinaroota Komishinii Maree Biyyaalessaa Hundaa’e
Mariin Tokkummaa Adeemsa Duula Birmadummaa Keessatti Argame Badhaadhina Hundagaleessa Ityoophiyaaf O...
Wareegamni Ajajni Kaaba Lixaa Adda Gaashanaatti Raawwate Bara Baraan Ni Yaadatama-Jeneraal Birhaanuu...
Haroon Wancii naannawa turiizimii ta’uun filatame
Qaamni hidhatee bosona jiru waamicha abbootii Gadaa kabajee hawaasatti deebi’uu qaba jedhame
Injifannoon Baahaa Fi Lixaatti Argamee Giddugala Biyyatti Akka Irra Deebi’uu Muummeen Ministiraa Abi...
Preezdaant Shimallis Abdiisaan Qeerroo Fi Qarree Oromoof Waamicha Dabarsan
“ABOn mootummaa ce’umsaa keessaa akka ba’uuf Wayyaaneen shira cimaa xaxaa turte” -Jaal Leencoo Lataa
Kutaan Diinagdee Albuudaa Guddina Diinagdee Ityoophiyaaf Abdiidha – Injiinar Taakkalaa Uumaa
Sirni Awwaalcha Weellisaa Alamaayyoo Isheetee Raawwate