Pirezidaanti Musxafee Mahaammad miseensota Humna Addaa Naannoosaanii waliin mari’atan.

Pirezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad miseensota Humna Addaa Naannichaa waliin mari’ataniiru.

Mariisaaniinis Pirezidaanti Musxafee Mahaammad dhimmoota gurmaa’insaa fi haala qabiinsa humna addaa ilaalchisee hubannoo kennaniiru.

Miseensota humna addaa Naannichaa irra deebiin gurmeessuunis hojii aantummaa uummataa qabaachuun hojjechaa turan akka cimsaniifii jedhan.

Waltajjicharratti Pirezidaanti Musxafee dabalatee Hoogganaa Ittaanaa Biiroo Nageenya Naannichaa, hooggantoonni humna addaa fi miseensonni humna addaa naannichaa argamaniiru TOI

OBN

See also  Magaalichatti Qaamolee Oomishaalee Xaafiifi Qamadii Kuusuun Qaala’iinsa Gatii Uuman Irratti Tarkaanfiin Kan Fudhatamu Ta’uu Ibsame

Leave a Reply