Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa gaaffii uummataa deebisuuf qophiidha-Dooktar Biqilaa Hurrisaa
(TOI)- Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa gaaffii uummataa deebisuuf qophiidha jechuun Waajjira Muummee Ministeeraatti qindeessaan giddugala ijaarsa sirna diimokiraasii Dooktar Biqilaa Hurriisaa ibsan. Dooktar Biqilaa kana kan jedhan dheengadda galgalaa turtii bilbilaan Faanaa waliin taasisaaniidha. Tibba kana leenjii gamaaggama beekumsa, kalaqaa, namuusaa fi ilaalchaa hoggantoota olaanoo gaggeeffamuu himaniiru. Hoggansi hojii isaa bu’aa isaa qofaan madaaluu akka qabu, […]
Continue Reading