Tagged: Oromiffa

bekele huriso

Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa gaaffii uummataa deebisuuf qophiidha-Dooktar Biqilaa Hurrisaa

(TOI)- Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa gaaffii uummataa deebisuuf qophiidha jechuun Waajjira Muummee Ministeeraatti qindeessaan giddugala ijaarsa sirna diimokiraasii Dooktar Biqilaa Hurriisaa ibsan. Dooktar Biqilaa kana kan...

Haroon Wancii naannawa turiizimii ta’uun filatame

Yaa’ii Waliigalaa Dhaabbata Turiizimii Adduunyaa 24fa Ispeen, Magaalaa Maadriiditti taa’ameen Haroon Wancii naannawa turiizimii bara 2021 ALA filatamaa ta’uun filatameera. Harichi mandaroota turiizimii 170 keessaa...