Tag: Oromiffa
Wareegamni Ajajni Kaaba lixaa Adda Gaashanaatti raawwate bara baraan ni yaadatama jechuun Etaamaajoor Shuumiin Raayyaa Ittisa Biyyaa Ityoophiyaa ...
Yaa’ii Waliigalaa Dhaabbata Turiizimii Adduunyaa 24fa Ispeen, Magaalaa Maadriiditti taa’ameen Haroon Wancii naannawa turiizimii bara 2021 ALA fil...
Abbootiin Gadaa Sikkoo- Mandoo dargaggoota Godina Arsii miseensa Shanee ta’anii bosonatti galuun diina waliin turan dhiifama gaafachuun hawaasatt...
Injifannoon Baahaa fi Lixaatti argamee giddugala biyyatti akka irra deebi’uu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad himaniiru. Muummeen Minis...
Preezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan qeerroo fi qarree Oromoof Waamicha dabarsaniiru. Ummanni Oromoo yeroo biyyi r...
Keessummaan keenya har’aa hayyuu Siyaasaa Jaal Leencoo Lataa Waaqayyoo yoo ta’an, gaafdeebii dhimmoota wayitiifi kanneen biroorratti isaan waliin...
Bara baajataa darbe Warqee Kiiloo Giraama kuma 9 fi 384.284 gabaaf dhiyaaterraa Galiin Doolaarri miiliyoonni dhibbi 6 fi miiliyoonni 71 ol argamu...
(FBC)- Sirni awwaalcha Weellisaa Alamaayyoo Isheetee raawwateera. Sirni awwaalcha Weellisa Alamaayyoo Isheetee Kaateediraalii Sillaasee Qiddiist ...