Site icon ETHIO12.COM

Aadde Adaanech Abeebee Artist Alii Birraa Gaafatan

Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee Artist Alii Birraa mana jireenyasaatti argamuun  gaafataniiru.

Seenaa Muuziqaa Oromoo fi Ityoophiyaa keessatti ashaaraa guddaa kan qabu, nama aartii jaalatamaa fi qabsaa’aa bilisummaa Doktora kabajaa Artist Alii Birraa mana jireenya isaatti argamuun daawwachuu kootiif gammachuun natti dhaga’ameera jedhan ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniif.

Artist Alii Birraaf fayyummaa gaarii hawwaaniiru.

(FBC)

Exit mobile version