Tag: Oromiffa
Akkaataa waliigaltee nageenyaatiin loltoonni durii hawaasatti makamanii jireenya nagaa akka jiraatan mootummaan kutannoon hojjechaa akka jiru kom...
Konkolaattoonni Baajaajii yeroo dhiyootti gara hojiitti kan deebi’an ta’uu Biiroon Geejiibaa Magaalaa Finfinnee beeksise. Biirichi tajaajil...
(FBC) – Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Baankii Qonnaan Bultootaa biyya Neezerlaandi Raaboo Baank waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteesseera. R...
Baatiwwan torban darban oomisha Avookaadoo alatti ergamerraa galiin Doolaarri miiliyoonni 1.6 argamuu Ministeerri Qonnaa beeksise. Oomisha ...
Ityoophiyaan ibsa Liigiin Arabaa Ijaarsa Hidha Guddicha Haroomsa Ityoophiyaa fi guutinsaa bishaanii irratti baase kan hin fudhanne ta’uu ibsiteer...
Raashiyaan Kiiyeviin dabalatee magaaloota Yuukreenirratti haleellaa Misaa’eelaa raawwachuu aanga’oonni Yuukreen beeksisan. Haleellaa kanaan dhaab...
Akkuma quunceen waltaatee arba hiiti jedhamu oftuultota Xaaliyaanii Itoophiyaa koloneeffachuun harqoota gabrummaa ilmaan sabaafi sablammiitti fe’...
Waamichi araaraa qaama hidhatee bosona jiruuf ji’a tokko dura gama mootummaatiin taasifame lammiilee biyyattiitti keessumaa kanneen boora’uu nage...
(TOI)- Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa gaaffii uummataa deebisuuf qophiidha jechuun Waajjira Muummee Ministeeraatti qindeessaan giddugala ijaar...
Godina Harargee Bahaa Magaalaa Baabbileetti meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 4 olitti tilmaamamu to’atamuu Poolisiin Godinichaa beek...
Waamicha mootummaan qaamoleen seeraan ala socho’an karaa nagaan harka akka kennataniif taasiseen Aanaa Booraatti miseensonni Shanee nageeny...
(FBC) – Manni Maree Ministirootaa walga’ii Ariifachiisaa 2ffaa guyyaa har’aa gaggeesseen turtiin labsii yeroo ariifachiisaa akka gabaabbatu...
Mootummaan Naannoo Oromiyaa dargaggoonni Oromoo karaa dogoggoraan farrummaa garee shororkeessaa shaneetti osoo hin hubatiin itti makaman hundi ka...
Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee Artist Alii Birraa mana jireenyasaatti argamuun gaafataniiru. Seenaa Muuziqaa Oromoo fi Ity...
Waajjirri Simannaa Kaadhimamtoota Komishinaroota Komishinii Maree biyyaalessaa hundaa’uu ibsameera. Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga...
Hoggantoonni hojii mootummaa Federaalaa olaanoon haala waqtaawaa biyyarratti guyyaa mari’ata jiru. Mootummaan dirqamaan kan itti seenee waraanaa ...